mercredi 31 août 2011

Fincila diddaa gabrummaa gootota oromootin geggeeffamaa ture

 Abbaan barbaadde Jalee ilmaan tigraay yoo taateyyuu ummatni oromoo bilisummaan isaa hin hafu.
Garuu warri seenaa oromoo kan beeku nu malee hin jiru fii ummata oromoo namni bakka bu'uu danda'u tokkollee hin jiru jedhuudhaan yeroo hunda dhaadatan keessaa
         1-Abbaa duulaa gammadaa ykn minaasee walda goorgis
         2-Kumaa dammaksaa ykn Taayyee walda sanbati yeroo irraa yerootti beekaa of fakkeessanii mootummaa naannoo oromiyaatti aangoo irratti warri wal jijjiiraa jiran erga ummata oromoo bakka bu'aan isaan malee hin jiru ta'e maalif yeroo ummatni oromoo ilmaan tigraayin ajjeefam, hidhaan umrii guutuu itti murtaawu,yeroo biyya irraa dargaggootni oromoo warri boruuf biyyaaf abdii qaban biyya irraa mancahaa jiran kana maalif cal jedhanii ilaalu yoo oromoo bakka bu'uu danda'an?
    Harcaatuu dargii fii booji'amtuu wayyaanee kan taate seenaa oromoo eessa haadha isheetti beektii seenaa oromoo beekna jechuudhan ummata gowwomsaa jirti.namni seenaa ofii beeku akka adda bilisummaa oromootti qabsoo haqaa geggeessa malee yoom alagaa jalatti galee lammii isaa diinatti gurgurata?

4 commentaires:

Abbaa magaal a dit…

Kiilolee birraa waan gaarii hojjachaa jirta waan ta'eef jajjabaadhu.hojiin kee baayyee kan nama gammachiisu waan ta'eef ummata kee biraa galata guddaa qabda.

Abbaa magaal a dit…
Ce commentaire a été supprimé par l'auteur.
Abbaa magaal a dit…

Kiilolee akkam jirta fayyaa keetii waan tokko si gaafachuu barbaaden ture garuu yeroo dhabuu kee irraa kan ka'eef waanan si arguu dadhabeef egaa mee yoo danda'ameef galgala kana seef bilbila

Abbaa magaal a dit…

Jaal kiilolee birraa/milkii gaaddisaa akkam jirta fayyaa keetii.itti aansudhaan