Gara Bakkalcha-Bilisummaa kanatti baga nagaan dhuftan erga isiniin jennee booda Bakkalchi bilisummaa kun kan inni irratti xiyyeeffatee hojjachuu barbaadu seenaa oromoo kan yeroo dheeraa dura turee fii haala yeroo ammaa shira ilmaan oromoo keessumatti barattoota oromoo irratti hojjatamaa jiru irratti xiyyeeffatee hojii isaa jalqabee jira.kanaaf hirmaannan keessan yeroo hunda nu faana akka ta'u abdii guddaa qabna.Galatoomaa!!